Yihuudaa 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isa Waaqayyo ergamoota warra aboo isaanitti kenname irra darbanii, lafa taa'umsa isaanii gad dhiisan, funyoo hidhaa bara baraatiin dukkana jalatti hidhee, firdii isa guyyaa guddaa sanaaf isaan eegu yaadadhaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Innis ergamoota sadarkaa taayitaa isaanii irra hin turin, kanneen lafa jireenya isaanii dhiisan sana foncaa bara baraatiin hidhee hamma murtii Guyyaa guddaa sanaatti dukkana keessa turseera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እንስ ኤርገሞተ ሰደርካ ታይታሳኒረ ህንቱርን፣ ከኔን ለፈ ጅሬኘሳኒ ዺሰን ሰነ ፎንጫ በረ በራቲን ህዼ ሀመ ሙርቲ ጉያ ጉዳ ሰናት ዱከነ ኬሰ ቱርሴረ። Viz kapitola |