Yihuudaa 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin waan ani amma isiniif caafuuf jedhu hundumaa in beektu. Haa ta'u iyyuu malee, ani isin yaadachiisuu nan barbaada; innis gooftichi saba isaa al tokkicha biyya Gibxii baasee akka isaan oolche, booddee immoo warra isatti hin amanin sana akka balleessee dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yoo isin duraanuu waan kana hunda beektan illee, ani akka Gooftaan yeroo tokko saba isaa Gibxii baasee ergasii immoo warra hin amanin balleesse isin yaadachiisuu nan barbaada. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዮ እስን ዱራኑ ዋን ከነ ሁንደ ቤክተንሌ፣ አን አከ ጎፍታን ዬሮ ቶኮ ሰበሳ ግብጢ ባሴ ኤርገሲሞ ወረ ህንአመንን በሌሴ እስን ያደቺሱ ነንበርባደ። Viz kapitola |