Yihuudaa 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Warri Waaqayyo malee jiraatan, ayyaana Waaqayyo keenyaa argachuun ?Gad-dhiisatti jiraachuu dha? jedhanii yaada isaanii diddiiranii, gooftaa keenya Yesus Kristosin isa kophaa isaa gooftummaa qabus gananii, lo'anii nu gidduu galaniiru. Isaan kun wanta yakka isaanitti mursiisu kana jalatti duraan dursanii caafamaniiru*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Namoonni bara dheeraan dura murtii kanaaf murteeffaman tokko tokko looʼanii gidduu keessan seenaniiruutii. Isaanis namoota Waaqaaf hin bulle, warra ayyaana Waaqa keenyaa gara halalummaatti geeddaran kanneen Gooftaa Ol aanaa tokkicha jechuunis Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosin gananii dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ነሞትን በረ ዼራን ዱረ ሙርቲ ከናፍ ሙርቴፈመን ቶኮ ቶኮ ሎአኒ ግዱኬሰን ሴነኒሩቲ። እሳንስ ነሞተ ዋቃፍ ህንቡሌ፣ ወረ አያነ ዋቀኬኛ ገረ ሀለሉማት ጌደረን ከኔን ጎፍታ ኦል ኣና ቶክቸ ጄቹንስ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስን ገነኒዸ። Viz kapitola |