Yihuudaa 1:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Waaqayyo fayyisaa keenya isa tokkichaaf karaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos ulfinni, guddinni, aangoon, gooftummaanis lakkaa'amuu baraa fuula duraa jalqabee, ammas, bara baraanis haa ta'u. Ameen*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Fayyisaa keenya Waaqa tokkichaaf ulfinni, surraan, humnii fi taayitaan karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin bara hundumaan dura, amma, bara baraanis haa taʼu! Ameen. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ፈይሳኬኘ ዋቀ ቶክቻፍ ኡልፍን፣ ሱራን፣ ሁምኒፊ ታይታን ከራ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን በረ ሁንዱማን ዱረ፣ አመ፣ በረ በራንስ ሃተኡ! አሜን። Viz kapitola |