Yihuudaa 1:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Isin akka hin gufannetti Waaqayyo isin eeguu, mudaa malee gammachuudhaan ulfina isaa dura isin dhaabachiisuu in danda'a*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Isa gufachuu isin oolchuu dandaʼuu fi isa fuula ulfina isaa duratti hirʼina malee, gammachuu guddaadhaan isin dhiʼeessuu dandaʼu sanaaf, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 እሰ ጉፈቹ እስን ኦልቹ ደንደኡፊ እሰ ፉለ ኡልፍነሳ ዱረት ህርእነ መሌ፣ ገመቹ ጉዳዻን እስን ዽኤሱ ደንደኡ ሰናፍ፣ Viz kapitola |