Yihuudaa 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Isin garuu michoota ko, amantii keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti dhaabamaatii cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Isin garuu yaa michoota, amantii keessan kan waan hunda irra qulqulluu taʼe sana irratti of ijaaraa; Hafuura Qulqulluudhaanis kadhadhaa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እስን ገሩ ያ ምቾተ፣ አመንቲኬሰን ከን ዋን ሁንደረ ቁልቁሉ ተኤ ሰነረት ኦፍ እጃራ፤ ሀፉረ ቁልቁሉዻንስ ከዸዻ። Viz kapitola |