Yihuudaa 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Warri dhufan kun gargar ba'uu in fidu, yaada foonii jalas of in galchu, hafuuricha of keessaa hin qaban*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Namoonni kunneen warra gargar baʼuu uuman, warra hawwii foonii duukaa buʼanii fi warra Hafuura Qulqulluu hin qabnee dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ነሞትን ኩኔን ወረ ገርገር በኡ ኡመን፣ ወረ ሀዊ ፎኒ ዱካ ቡአኒፊ ወረ ሀፉረ ቁልቁሉ ህንቀብኔዸ። Viz kapitola |