Yihuudaa 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Namoonni raajiin irratti dubbatame kun waan hundumaatti in guungumu, waan hundumaas in komatu, akka kajeellaa isaaniitti in jiraatu, afaaniin guddisanii of in jaju, warra waa irraa abdatan immoo sobanii in saadu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Namoonni kunneen yeroo hunda ni guungumu; komiis ni qabaatu; hawwii isaanii isa hamaa duukaa buʼu; of jaju; faayidaa argachuuf jedhaniis nama saadu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ነሞትን ኩኔን ዬሮ ሁንደ ንጉንጉሙ፤ ኮሚስ ንቀባቱ፤ ሀዊሳኒ እሰ ሀማ ዱካ ቡኡ፤ ኦፍ ጀጁ፤ ፋይዳ አርገቹፍ ጄዸኒስ ነመ ሳዱ። Viz kapitola |