Yihuudaa 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Inni nama hundumaa irratti faraduudhaaf taa'ee, waan warri Waaqayyo malee jiraatan jireenya akkasii keessatti hojjetan hundumaa, dubbii jajjabaa cubbamoonni warri Waaqayyo malee jiraatan isa irratti dubbatan hundumaa, bakkeetti baasee amansiisee, nama adduma addaan in adaba? jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 innis nama hundatti muruuf, warra Waaqaaf hin bulle kanneen karaa Waaqni hin jaallanneen waan Waaqni hin jaallanne hojjetan hundaa fi dubbii hamaa cubbamoonni Waaqaaf hin bulle hundinuu isa irratti dubbatan hundatti isaan gaafachuuf ni dhufa.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 እንስ ነመ ሁንደት ሙሩፍ፣ ወረ ዋቃፍ ህንቡሌ ከኔን ከራ ዋቅን ህንጃለትኔን ዋን ዋቅን ህንጃለትኔ ሆጄተን ሁንዳፊ ዱቢ ሀማ ጩበሞትን ዋቃፍ ህንቡሌ ሁንድኑ እሰረት ዱበተን ሁንደት እሳን ጋፈቹፍ ንዹፈ።” Viz kapitola |