Yihuudaa 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Henok Addaamii jalqabee dhaloota torbaffaa ture; inni waa'ee isaan kanaa immoo raajii dubbatee, ?Kunoo! Gooftichi kumaatama qulqulloota isaa wajjin in dhufa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Henook inni Addaam irraa jalqabee torbaffaa ture sun akkana jedhee waaʼee namoota kanaa raajii dubbateera: “Kunoo, Gooftaan qulqulloota isaa kumaatama wajjin ni dhufa; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ሄኖክ እን አዳምራ ጀልቀቤ ቶርበፋ ቱሬ ሱን አከነ ጄዼ ዋኤ ነሞተ ከና ራጂ ዱበቴረ፦ “ኩኖ፣ ጎፍታን ቁልቁሎተሳ ኩማተመ ወጅን ንዹፈ፤ Viz kapitola |