Yihuudaa 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Jarri kun irbaata jaalalaa isa walii wajjin qabdan yeelloo malee isinii wajjin nyaachuun isaanii xurii isinitti in ta'a. Isaan garaa isaanii duwwaadhaaf in yaadu; isaan akka duumessa bokkaa of keessaa hin qabne, isa qilleensaan oofamuu ti; akka muka yeroo ija kennuun isaaf ta'utti ija dhabee ti, akka muka hundeedhaan buqqa'ee gogee qosoree ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Namoonni kunneen utuma xuraaʼoo taʼanii jiranuu qaanii tokko malee cidha jaalalaa isin wajjin nyaatu; isaan tiksoota ofuma isaanii qofa sooranii dha. Isaan akkuma duumessa bokkaa hin qabne kan bubbeen asii fi achi oofuu ti; akkuma muka yeroo itti ija naqachuu qabutti ija dhabee buqqifamee dachaa lama duʼee ti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ነሞትን ኩኔን ኡቱመ ጡራኦ ተአኒ ጅረኑ ቃኒ ቶኮ መሌ ጭዸ ጃለላ እስን ወጅን ኛቱ፤ እሳን ትክሶተ ኦፉመሳኒ ቆፈ ሶረኒዸ። እሳን አኩመ ዱሜሰ ቦካ ህንቀብኔ ከን ቡቤን አሲፊ አች ኦፉት፤ አኩመ ሙከ ዬሮ እት እጀ ነቀቹ ቀቡት እጀ ዸቤ ቡቅፈሜ ደቻ ለመ ዱኤት። Viz kapitola |