Yihuudaa 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isaaniif wayyoo! Isaan karaa Qaayin irra bu'aniiru, bu'aadhaaf jedhanii guutummaatti irraa kaachuu Bala'aamitti of gad dhiisaniiru; akkuma Qoraahi mormanii Waaqayyo irratti ka'uu isaaniitiinis balleeffamuu isaanii ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Isaaniif wayyoo! Isaan karaa Qaayin irra deeman; faayidaa argachuuf jedhanii dogoggora Balaʼaam keessa of buusan; fincila Qooraahiitiinis ni barbadaaʼan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እሳኒፍ ወዮ! እሳን ከራ ቃይንረ ዴመን፤ ፋይዳ አርገቹፍ ጄዸኒ ዶጎጎረ በለኣም ኬሰ ኦፍ ቡሰን፤ ፍንጭለ ቆራሂቲንስ ንበርበዳአን። Viz kapitola |