Yihuudaa 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Isaan kun garuu waanuma beekuu dadhaban in arrabsu; wanta akka bineensota waa yaadanii gargar hin baafnetti dhageettii uumamaatiin hubataniin immoo, in badu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Namoonni kunneen garuu waanuma hin hubanne arrabsu; waan isaan akkuma bineensota waa yaaduu hin dandeenyeetti miiraan hubatantu isaan balleessa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ነሞትን ኩኔን ገሩ ዋኑመ ህንሁበትኔ አረብሱ፤ ዋን እሳን አኩመ ብኔንሶተ ዋ ያዱ ህንደንዴኜት ሚራን ሁበተንቱ እሳን በሌሰ። Viz kapitola |