Online Bible

- Reklamy -




Weedduu 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 <<Yaa ishee durboota hundumaa irra miidhagduu! Ati ofii keetii hin beektu yoo ta'e, bushaayee faana dha'ii adeemi! Ilmoolee kees godoo warra tiksootaa bira dheechifadhu!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Yaa dubartii dubartoota hunda caalaa bareeddu, ati yoo beekuu baatte hoolota duukaa buʼi; ilmoolee reʼoota keetiis dunkaana tiksootaa bira tikfadhu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ያ ዱበርቲ ዱበርቶተ ሁንደ ጫላ በሬዱ፣ አት ዮ ቤኩ ባቴ ሆሎተ ዱካ ቡእ፤ እልሞሌ ሬኦተኬቲስ ዱንካነ ትክሶታ ብረ ትክፈዹ።

Viz kapitola kopírovat




Weedduu 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy