Weedduu 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Yaa isa garaan koo jaallatuu! Bushaayee kee eessa tikfatta>> Waareettis eessa boqochiifta>> Ani maaliifan karra bushaayee firoota kee bira asii fi achi joora?>> jette. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Yaa isa ani si jaalladhu, iddoo bushaayee kee tikfattuu fi iddoo itti guyyaa saafaa hoolota kee boqochiifattu natti himi. Ani maaliifan akka dubartii fuula ishee haguugattee bushaayee michoota keetii bira asii fi achi joortu tokkoo taʼa? Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ያ እሰ አን ስጃለዹ፣ እዶ ቡሻዬኬ ትክፈቱፊ እዶ እት ጉያ ሳፋ ሆሎተኬ ቦቆቺፈቱ ነት ህም። አን ማሊፈን አከ ዱበርቲ ፉለሼ ሀጉገቴ ቡሻዬ ምቾተኬቲ ብረ አሲፊ አች ጆርቱ ቶኮ ተአ? Viz kapitola |