Weedduu 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Ani gurraattii waanan ta'eef, aduun waan na gurraachesseefis ija anatti hin baasinaa! Obboloonni koo anatti dheekkamanii, iddoo dhaabaa waynii isaanii na eegsifatan; iddoo dhaabaa waynii kootii garuu ani hin eegganne. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Sababii ani gurraattii taʼeef, ija babaaftee na hin ilaalin; aduutu na gurraachesseetii. Ilmaan haadha koo natti aaranii akka ani iddoo dhaabaa wayinii eegu na taasisan; ani garuu iddoo dhaabaa wayinii koo hin eegganne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሰበቢ አን ጉራቲ ተኤፍ፣ እጀ በባፍቴ ነ ህንእላልን፤ አዱቱ ነ ጉራቼሴቲ። እልማን ሃዸኮ ነት ኣረኒ አከ አን እዶ ዻባ ወይኒ ኤጉ ነ ታስሰን፤ አን ገሩ እዶ ዻባ ወይኒኮ ህንኤገትኔ። Viz kapitola |