Online Bible

- Reklamy -




Weedduu 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Fooliin urgooftuu dibataa kee namatti tola, maqaan kee dha'amuunis akka urgooftuu dhangala'ee ti, kanaafuu durboonni si jaallatu*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Urgaan shittoo keetii namatti tola; maqaan kee akkuma shittoo dhangalaafamee ti. Kanaafuu dubarran si jaallatu!

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ኡርጋን ሽቶኬቲ ነመት ቶለ፤ መቃንኬ አኩመ ሽቶ ዸንገላፈሜት። ከናፉ ዱበረን ስ ጃለቱ!

Viz kapitola kopírovat




Weedduu 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy