Weedduu 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 <<Yeroo mootiin maaddiitti taa'u, urgooftuun naardos ana irraa isatti in urgaa'a*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Utuma mootichi maaddiitti dhiʼaatee jiruu shittoon koo urgaa isaa kenne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ኡቱመ ሞትች ማዲት ዽኣቴ ጅሩ ሽቶንኮ ኡርጋሳ ኬኔ። Viz kapitola |