Uumama 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyo,<<Bishaan keessatti bantiin akka waciitii gombifame tokko haa ta'u, innis bishaan isa ol hafee fi isa gad hafe gargar haa baasu!>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqnis, “Bishaanii fi bishaan gargar baasuuf bantiin bishaanota gidduu haa jiraatu” jedhe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቅንስ፣ “ብሻኒፊ ብሻን ገርገር ባሱፍ በንቲን ብሻኖተ ግዱ ሃጅራቱ” ጄዼ። Viz kapitola |