Uumama 1:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Bineensa lafaa hundumaa fi, simbira qilleensa keessa balali'an hundumaaf, wanta lubbuu qabaatee jiraatuu fi lafa irra munyuuqu hundumaaf, biqila lalisaa hundumaa nyaataaf kenneeraaf>> jedhe; innis akkasuma in ta'e*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 Anis bineensa lafaa hundaaf, simbirroota samii hundaaf, uumama lafa irra munyuuqu hundaaf jechuunis waan hafuura jireenyaa of keessaa qabu hundaaf akka nyaata isaanii taʼuuf biqiltuu lalisaa hunda nan kenna.” Akkasumas taʼe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 አንስ ብኔንሰ ለፋ ሁንዳፍ፣ ስምብሮተ ሰሚ ሁንዳፍ፣ ኡመመ ለፈረ ሙኙቁ ሁንዳፍ ጄቹንስ ዋን ሀፉረ ጅሬኛ ኦፍ ኬሳ ቀቡ ሁንዳፍ አከ ኛተሳኒ ተኡፍ ብቅልቱ ለልሳ ሁንደ ነንኬነ።” አከሱመስ ተኤ። Viz kapitola |