Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

29 Yommus Waaqayyo,<<Kunoo, ani biqila sanyii godhatu isa irra-lafaa hundumaa irra jiru, muka ija godhatee sanyii isaas ija isaa keessaa qabu, isiniif kenneera; isaan nyaata isiniif haa ta'an!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

29 Ergasii Waaqni akkana jedhe; “Kunoo ani akka isaan nyaata isinii taʼaniif biqiltuu lafa hunda irratti sanyii kennu hundaa fi muka iji isaa sanyii of keessaa qabu gosa hunda isinii kenneera.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

29 ኤርገሲ ዋቅን አከነ ጄዼ፤ “ኩኖ አን አከ እሳን ኛተ እስኒ ተአኒፍ ብቅልቱ ለፈ ሁንደረት ሰኚ ኬኑ ሁንዳፊ ሙከ እጅሳ ሰኚ ኦፍ ኬሳ ቀቡ ጎሰ ሁንደ እስኒ ኬኔረ።

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:29

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy