Uumama 1:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Waaqayyo isaaniin,<<Horaa, baay'adhaas, lafa guutaa, isas harka jala galfadhaa! Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota qilleensa keessa balali'an irratti, uumama lafa irra munyuuqan hundumaa irrattis mootummaa qabaadhaa!>> jedhee isaan in eebbise*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Waaqnis isaan eebbisee, “Horaa, baayʼadhaas; lafa guutaatii harka keessan jalattis bulfadhaa. Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota samii irratti, uumama lafa irra munyuuqu hunda irratti aangoo qabaadhaa” jedheen. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ዋቅንስ እሳን ኤብሴ፣ “ሆራ፣ ባይአዻስ፤ ለፈ ጉታቲ ሀርከኬሰን ጀለትስ ቡልፈዻ። ቁርጡሚ ገላናረት፣ ስምብሮተ ሰሚረት፣ ኡመመ ለፈረ ሙኙቁ ሁንደረት ኣንጎ ቀባዻ” ጄዼን። Viz kapitola |