Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Waaqayyo yommus bineensota gurguddaa warra akka jawwee-galaanaa, uumama lubbuu qaban bishaan keessa munyuuqan hundumaa akka qomoo qomoo isaaniitti, warra baal'ee qabanis akka qomoo qomoo isaaniitti in uume; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Kanaafuu Waaqni uumamawwan galaanaa gurguddaa, lubbu qabeeyyii munyuuqan kanneen galaana keessa jiraatan hundaa fi simbirroota qoochoo qaban hunda akkuma gosa isaaniitti uume. Waaqnis wanni kun akka gaarii taʼe arge.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 ከናፉ ዋቅን ኡመመወን ገላና ጉርጉዳ፣ ሉቡ ቀቤዪ ሙኙቀን ከኔን ገላነ ኬሰ ጅራተን ሁንዳፊ ስምብሮተ ቆቾ ቀበን ሁንደ አኩመ ጎሰሳኒት ኡሜ። ዋቅንስ ወን ኩን አከ ጋሪ ተኤ አርጌ።

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:21

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy