Uumama 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Waaqayyo,<<Bishaanonni tuuta lubbuu qabaatanii munyuuqaniin haa guutan! Simbirri, allaattiinis bantii waaqaa jala lafa irra haa balali'an!>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Waaqnis, “Bishaan uumamawwan lubbu qabeeyyii munyuuqaniin haa guutamu; simbirroonnis lafaa olitti, bantii samii keessa haa barrisan” jedhe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዋቅንስ፣ “ብሻን ኡመመወን ሉቡ ቀቤዪ ሙኙቀኒን ሃጉተሙ፤ ስምብሮትንስ ለፋ ኦልት፣ በንቲ ሰሚ ኬሰ ሃበርሰን” ጄዼ። Viz kapitola |