Uumama 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 guyyaa fi halkan aboo akka isaan qabaataniif, ifaa fi dukkanas akka isaan gargar baasaniif inni achi isaan in kaa'e; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 kunis akka isaan guyyaa fi halkan moʼanii fi akka ifa sana dukkana irraa gargar baasaniif. Waaqnis wanni kun akka gaarii taʼe arge. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኩንስ አከ እሳን ጉያፊ ሀልከን ሞአኒፊ አከ እፈ ሰነ ዱከነራ ገርገር ባሰኒፍ። ዋቅንስ ወን ኩን አከ ጋሪ ተኤ አርጌ። Viz kapitola |