Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Akkasumas Waaqayyo,<<Guyyaa fi halkan gargar baasuuf bantii waaqaatti ibsoonni haa jiraatan! Isaan milikkitoota buusaan waggaa, guyyoonni, waggoonnis ittiin beekaman haa ta'an*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Waaqnis akkana jedhe; “Guyyaa fi halkan gargar baasuuf bantii samii irratti ifawwan haa taʼan; isaanis mallattoowwan waqtiileen, guyyoonnii fi waggoonni ittiin beekaman haa taʼan;

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዋቅንስ አከነ ጄዼ፤ “ጉያፊ ሀልከን ገርገር ባሱፍ በንቲ ሰሚረት እፈወን ሃተአን፤ እሳንስ መለቶወን ወቅቲሌን፣ ጉዮትኒፊ ወጎትን እቲን ቤከመን ሃተአን፤

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:14

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy