Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Lafti biqila, dhaabaa sanyii godhatu akka qomoo qomoo isaatti, mukkeetii ija kennanii iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban, adduma addaan akka qomoo qomoo isaaniitti in baase; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Laftis biqiltuu akkuma gosa isaatti sanyii baasu, muka ija kennu, kan iji isaas sanyii of keessaa qabu adduma addaan akkuma gosa isaatti baaste. Waaqnis wanni kun akka gaarii taʼe arge.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ለፍትስ ብቅልቱ አኩመ ጎሰሳት ሰኚ ባሱ፣ ሙከ እጀ ኬኑ፣ ከን እጅሳስ ሰኚ ኦፍ ኬሳ ቀቡ አዱመ አዳን አኩመ ጎሰሳት ባስቴ። ዋቅንስ ወን ኩን አከ ጋሪ ተኤ አርጌ።

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy