Tiitoo 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Nama keessummaa simachuu jaallatu, nama waan gaarii jaallatu, nama of qabu, nama qajeelaa, qullaa'aa, nama adaba qabus haa ta'u; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Qooda kanaa inni nama keessumaa simatu, nama waan gaarii jaallatu, kan of qabu, qajeelaa, qulqulluu fi nama naamusa qabu taʼuu qaba. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ቆደ ከና እን ነመ ኬሱማ ስመቱ፣ ነመ ዋን ጋሪ ጃለቱ፣ ከን ኦፍ ቀቡ፣ ቀጄላ፣ ቁልቁሉፊ ነመ ናሙሰ ቀቡ ተኡ ቀበ። Viz kapitola |