Online Bible

- Reklamy -




Tiitoo 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Ilaaltuun hojii waldaa tokko, hojii Waaqayyoo in adeemsisa erga ta'ee, waan ittiin jedhan kan hin qabne ta'uun isa irra jira; ofii isaa malee warra kaan kan hin gammachiifne yookiis nama dafee aaru yookiis machaa'aa yookiis nama lola jaallatu, nama bu'aa karaa dalgaa argachuuf sassatu ta'uun isa irra hin jiru*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Phaaphaasiin tokko sababii hojiin Waaqaa imaanaa isatti kennameef inni nama mudaa hin qabne taʼuu qaba malee kan of tuulu, kan dafee aaru, kan machaaʼu, kan lola jaallatuu fi kan karaa hin malleen buʼaa argachuuf tattaaffatu taʼuu hin qabu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ጳጳሲን ቶኮ ሰበቢ ሆጂን ዋቃ እማና እሰት ኬነሜፍ እን ነመ ሙዳ ህንቀብኔ ተኡ ቀበ መሌ ከን ኦፍ ቱሉ፣ ከን ደፌ ኣሩ፣ ከን መቻኡ፣ ከን ሎለ ጃለቱፊ ከን ከራ ህንመሌን ቡኣ አርገቹፍ ተታፈቱ ተኡ ህንቀቡ።

Viz kapitola kopírovat




Tiitoo 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy