Online Bible

- Reklamy -




Tiitoo 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Namni hojii akkasii irra dhaabatu immoo waan ittiin jedhan kan hin qabne, nama haadha manaa tokkittii, ijoolleen isaa kan amanan malee, gad-dhiisatti jiraachuu isaaniitiin yookiis abboomamuu diduu isaaniitiin kan hin hadheeffamin haa ta'u*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Jaarsi tokko kan mudaa hin qabne, dhirsa niitii tokkittii, kan ijoolleen isaa amananii jireenya gad dhiisiitii fi ajajamuu diduun maqaan isaanii hin badin taʼuu qaba.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ጃርስ ቶኮ ከን ሙዳ ህንቀብኔ፣ ዽርሰ ኒቲ ቶክቲ፣ ከን እጆሌንሳ አመነኒ ጅሬኘ ገድ ዺሲቲፊ አጀጀሙ ድዱን መቃንሳኒ ህንበድን ተኡ ቀበ።

Viz kapitola kopírovat




Tiitoo 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy