Online Bible

- Reklamy -




Tiitoo 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Sababiin ani Qareexis biyya bishaan keessaatti si hambiseefis wanta toora hin qabatin hafe akka toora qabsiiftuuf, mandaruma mandarattis akkuma ani si argisiisetti jaarsolii hojii waldaa geggeessuu irra akka dhaabduuf ture*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Sababiin ani Qareexitti si hambiseef akka ati waan utuu hin xumuramin hafe toora qabsiiftuu fi akkuma ani si ajajettis magaalaawwan hunda keessatti jaarsolii muudduuf ture.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ሰበቢን አን ቀርጤስት ስ ሀምብሴፍ አከ አት ዋን ኡቱ ህንጡሙረምን ሀፌ ቶረ ቀብሲፍቱፊ አኩመ አን ስ አጀጄትስ መጋላወን ሁንደ ኬሰት ጃርሶሊ ሙዱፍ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat




Tiitoo 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy