Online Bible

- Reklamy -




Tiitoo 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Gara Tiitoos isa karaa amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e! Waaqayyo abbaan, Kristos Yesus fayyisaan keenyas ayyaanaa fi nagaa siif haa kennu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Gara Tiitoo isa amantii walii wajjin qabnuun ilma koo dhugaa taʼeetti: Waaqa Abbaa fi Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus irraa ayyaannii fi nagaan siif haa taʼu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ገረ ቲቶ እሰ አመንቲ ወሊ ወጅን ቀብኑን እልመኮ ዹጋ ተኤት። ዋቀ አባፊ ፈይሳኬኘ ክርስቶስ ዬሱስራ አያኒፊ ነጋን ሲፍ ሃተኡ።

Viz kapitola kopírovat




Tiitoo 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy