Tiitoo 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yeroo isaaf ta'ettis Waaqayyo fayyisaan keenya karaa lallaba isa abboommii isaatiin hadaraa anatti kenname sanaa, dubbii abdii sana mul'iseera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 innis yommuu yeroon murteeffame sun gaʼetti karaa lallaba isa ajaja Fayyisaa keenya Waaqaatiin imaanaa natti kennameetiin dubbii isaa ifatti baaseera, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እንስ ዮሙ ዬሮን ሙርቴፈሜ ሱን ገኤት ከራ ለለበ እሰ አጀጀ ፈይሳኬኘ ዋቃቲን እማና ነት ኬነሜቲን ዱቢሳ እፈት ባሴረ። Viz kapitola |