Tiitoo 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 abdii jireenya bara baraa, isa Waaqayyo inni matumaa hin sobne, bara durii jalqabee abdachiise yaadachiisuu koo ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 kunis abdii jireenya bara baraa isa Waaqni hin sobne sun jalqaba addunyaatiin dura waadaa gale irratti kan hundeeffamee dha; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኩንስ አብዲ ጅሬኘ በረ በራ እሰ ዋቅን ህንሶብኔ ሱን ጀልቀበ አዱኛቲን ዱረ ዋዳ ገሌረት ከን ሁንዴፈሜዸ፤ Viz kapitola |