Tiitoo 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Isaan Waaqayyoon in beekna jedhu, hojii isaaniitiin garuu isa in ganu; isaan ofii isaaniitii jibbamoo, warra hin abboomamne, warra qoramanii hojii gaarii tokkoof illee gatii dhabanii dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Isaan nu Waaqa beekna jedhu; hojii isaaniitiin garuu isa ganu. Isaan jibbamoo dha; warra hin ajajamnee fi warra waan gaarii tokko iyyuu hojjechuuf gaʼumsa hin qabnee dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እሳን ኑ ዋቀ ቤክነ ጄዹ፤ ሆጂሳኒቲን ገሩ እሰ ገኑ። እሳን ጅበሞዸ፤ ወረ ህንአጀጀምኔፊ ወረ ዋን ጋሪ ቶኮዩ ሆጄቹፍ ገኡምሰ ህንቀብኔዸ። Viz kapitola |