Tiitoo 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Isaanuma keessaa tokko, raajiin ofii isaanii, ?Warri Qareexis yeroo hundumaa sobduu dha, bineensota hamoo dha, albaadhota, dhibaa'oo dhas? jedhee ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Raajota isaanii keessaa tokko, “Warri Qareexi yeroo hunda sobdoota; bineensota hamoo dha; albaadheyyii dhibaaʼoo dha” jedheera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ራጆተሳኒ ኬሳ ቶኮ፣ “ወር ቀርጤስ ዬሮ ሁንደ ሶብዶተ፤ ብኔንሶተ ሀሞዸ፤ አልባዼዪ ዽባኦዸ” ጄዼረ። Viz kapitola |