Online Bible

- Reklamy -




Tiitoo 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Isaan bu'aa nama yeellaasisu argachuudhaaf waan barsiisuun isaaniif hin taane barsiisuudhaan, mana guutuu waan gargar diiganiif, afaan isaan qabachiisuun in ta'a*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Isaan buʼaa hin malle argachuuf jedhanii waan barsiisuun isaan irra hin jirre barsiisuudhaan waan maatii guutuu diiganiif afaan qabachiifamuu qabu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 እሳን ቡኣ ህንመሌ አርገቹፍ ጄዸኒ ዋን በርሲሱን እሳንረ ህንጅሬ በርሲሱዻን ዋን ማቲ ጉቱ ዲገኒፍ አፋን ቀበቺፈሙ ቀቡ።

Viz kapitola kopírovat




Tiitoo 1:11

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy