Tiitoo 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Namoonni hin abboomamne, warri dubbii midhaan hin qabne dubbatan, warri nama wallaalchisan baay'een jiru; addumaan immoo isaan kun warra garee seera dhagna-qabaa eegan keessaa ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Finciltoonni baayʼeen, warri dubbii faayidaa hin qabne dubbatanii fi gowwoomsitoonni keessumattuu miseensonni garee warra dhagna qabatanii hedduutu jiraatii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ፍንጭልቶትን ባይኤን፣ ወር ዱቢ ፋይዳ ህንቀብኔ ዱበተኒፊ ጎዎምስቶትን ኬሱመቱ ምሴንሶትን ገሬ ወረ ዸግነ ቀበተኒ ሄዱቱ ጅራቲ። Viz kapitola |