Tiitoo 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos amantii fi dhugaa beekuu warra Waaqayyoof fo'amanii, akka namoota Waaqayyoof ta'utti dammaqsuudhaaf, hojjetaa Waaqayyoo fi ergamaa Yesus Kristos ta'ee kana caafuu koo ti*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa amantii filatamtoota Waaqaatii fi dhugaa beekuu gara Waaqaaf buluutti nama geessuuf garbicha Waaqaatii fi ergamaa Yesuus Kiristoos taʼe irraa; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ አመንቲ ፍለተምቶተ ዋቃቲፊ ዹጋ ቤኩ ገረ ዋቃፍ ቡሉት ነመ ጌሱፍ ገርብቸ ዋቃቲፊ ኤርገማ ዬሱስ ክርስቶስ ተኤራ፤ Viz kapitola |