Sefaaniyaa 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Warra buusaa balbalichaa irra utaalan hundumaa, warra nama irratti ka'uudhaan, nama gowwoomsuudhaanis galma waaqayyolii isaanii guutan hundumaa guyyaa sanatti nan adaba>> jedha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ani gaafas warra buusaa irra utaalan, kanneen galma waaqota isaanii jeequmsaa fi gowwoomsaadhaan guutan nan adaba.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አን ጋፈስ ወረ ቡሳረ ኡታለን፣ ከኔን ገልመ ዋቆተሳኒ ጄቁምሳፊ ጎዎምሳዻን ጉተን ነንአደበ።” Viz kapitola |