Sefaaniyaa 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Guyyaan Waaqayyoo dhi'aateeraatii Waaqayyo gooftaa duratti calluma jedhaa! Waaqayyo wanta aarsaa ta'u qopheesseera, warra waames qulqulleesseera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Guyyaan Waaqayyoo waan dhiʼaateef fuula Waaqayyoo Gooftaa duratti calʼisaa. Waaqayyo aarsaa tokko qopheesseera; inni warra affeere qulqulleesseera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ጉያን ዋቀዮ ዋን ዽኣቴፍ ፉለ ዋቀዮ ጎፍታ ዱረት ጨልእሳ። ዋቀዮ ቀልመ ቶኮ ቆጴሴረ፤ እን ወረ አፌሬ ቁልቁሌሴረ። Viz kapitola |