Online Bible

- Reklamy -




Sefaaniyaa 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 warra bantii manaa irratti macca waaqa keessaatiif qoomma'anii sagadan, warra maqaa Miilkom Waaqayyo tolfamaatiin kakachaa, ana Waaqayyoofis qoomma'anii sagadan*,

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 warra raayyaa samii waaqeffachuuf qinaaxxii manaa irratti sagadan, warra sagadanii fi Waaqayyoon kakatan, warra Moolekiinis kakatan,

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ወረ ራያ ሰሚ ዋቄፈቹፍ ቅናጢ መናረት ሰገደን፣ ወረ ሰገደኒፊ ዋቀዮን ከከተን፣ ወረ ሞሌኪንስ ከከተን፣

Viz kapitola kopírovat




Sefaaniyaa 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy