Sefaaniyaa 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 nama, horiis haxaa'ee nan balleessa; allaattii qilleensa keessa balali'u, qurxummii galaanaas haxaa'ee nan balleessa; yommuu ani nama lafa irraa balleessu, warri hamoonni akka tuullaa kosii in ta'u; kana ana Waaqayyotu dubbate*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 “Ani namaa fi horii haxaaʼee nan balleessa; simbirroota samiitii fi qurxummii galaanaa, waaqota tolfamoo namoota hamoo gufachiisan haxaaʼee nan balleessa.” “Ani sanyii namaa lafa irraa nan balleessa” jedha Waaqayyo. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 “አን ነማፊ ሆሪ ሀጣኤ ነንበሌሰ፤ ስምብሮ ሰሚቲፊ ቁርጡሚ ገላና፣ ዋቆተ ቶልፈሞ ነሞተ ሀሞ ጉፈቺሰንስ ሀጣኤ ነንበሌሰ።” “አን ሰኚ ነማ ለፈራ ነንበሌሰ” ጄዸ ዋቀዮ። Viz kapitola |