Sefaaniyaa 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Guyyaa dheekkamsa Waaqayyoo sanatti meetiin isaanii yookiis warqeen isaanii isaan oolchuu hin danda'u; warra lafa irra jiraatan hundumaatti dingata lafa irraa balleeffamuu waan fiduuf, biyyi lafaa guutummaatti ibidda dheekkamsa isaatiin in dhuma*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Guyyaa dheekkamsa Waaqayyootti meetiin isaanii yookaan warqeen isaanii isaan oolchuu hin dandaʼu.” Ibidda hinaaffaa isaatiin addunyaan hundi ni barbadoofti; warra lafa irra jiraatan hundatti inni badiisa tasaa ni fidaatii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ጉያ ዼከምሰ ዋቀዮት ሜቲንሳኒ ዮካን ወርቄንሳኒ እሳን ኦልቹ ህንደንደኡ።” እብደ ህናፋሳቲን አዱኛን ሁንድ ንበርበዶፍት፤ ወረ ለፈረ ጅራተን ሁንደት እን በዲሰ ተሳ ንፍዳቲ። Viz kapitola |