Sefaaniyaa 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Waaqayyo,<<Ani namoota irratti rakkina nan fida, isaan ana Waaqayyoon waan yakkaniif, akka namoota jaamotaatti in deddeebi'u; dhiigni isaanii akka awwaaraatti gad in nam'a, reeffi isaaniis akka kosiitti in gatama>> jedha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 “Sababii isaan Waaqayyootti cubbuu hojjetaniif, ani akka isaan akkuma jaamotaatti deemaniif uummatatti dhiphina nan fida. Dhiigni isaanii akkuma awwaaraa, miʼi garaa isaaniis akkuma kosii gatama. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 “ሰበቢ እሳን ዋቀዮት ጩቡ ሆጄተኒፍ፣ አን አከ እሳን አኩመ ጃማት ዴመኒፍ ኡመተት ዽጵነ ነንፍደ። ዺግንሳኒ አኩመ አዋራ፣ ምእ ገራሳኒስ አኩመ ኮሲ ገተመ። Viz kapitola |