Sefaaniyaa 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 guyyaan sun guyyaa fiinoo fi iyyi lolaa mandaroota kellaa dhagaa qabanii fi masaraa ol ka'oo irratti dhaga'amuu dha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 magaalaawwan dallaa jabaa qabanii fi gamoowwan ol dhedheeroo irratti guyyaa itti malakata afuufanii fi iyya waraanaa taʼa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 መጋላወን ደላ ቀበኒፊ ገሞወን ኦል ዼዼሮረት ጉያ እት መለከተ አፉፈኒፊ እየ ወራና ተአ። Viz kapitola |