Sefaaniyaa 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa ti, guyyaa dhiphinaatiif guyyaa gidiraa ti; guyyaa rakkinaatii fi guyyaa badiisaa ti; guyyaa dimimmisaatii fi guyyaa dukkanaa ti; guyyaa duumessaatii fi guyyaa dukkana limixii ti*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa, guyyaa dhiphinaa fi gaddaa, guyyaa rakkinaa fi badiisaa, guyyaa dukkanaa fi dimimmisaa, guyyaa duumessaa fi dukkana hamaa ni taʼa; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ጉያን ሱን ጉያ ዼከምሳ፣ ጉያ ዽጵናፊ ገዳ፣ ጉያ ረክናፊ በዲሳ፣ ጉያ ዱከናፊ ድምምሳ፣ ጉያ ዱሜሳቲፊ ዱከነ ሀማ ንተአ፤ Viz kapitola |