Online Bible

- Reklamy -




Sefaaniyaa 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Guyyaan Waaqayyoo inni guddaan dhi'aateera, dhi'aateera, dafees in dhufa; guyyaa Waaqayyoo sanatti loltoonni jajjaboon iyyuu sodaatanii iyya jabaa in iyyu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Guyyaan Waaqayyoo guddichi dhiʼaateera; dhiʼaatees dafee dhufaara. Dhagaʼaa! Iyyi guyyaa Waaqayyoo hadhaaʼaa dha; goonni achitti sagalee ol fudhatee iyya.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ጉያን ዋቀዮ ጉድች ዽኣቴረ፤ ዽኣቴስ ደፌ ዹፋ ጅረ። ዸገኣ! እይ ጉያ ዋቀዮ ሀዻኣዸ፤ ጎትን አችት ሰገሌ ኦል ፉዸቴ እየ።

Viz kapitola kopírovat




Sefaaniyaa 1:14

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy