Sefaaniyaa 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Badhaadhummaan isaanii in saamama, manneetiin isaaniis in ona; mana in ijaarratu, garuu keessa hin jiraatan; muka waynii in dhaabbatu, garuu daadhii waynii isaa hin dhugan>> jedha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Qabeenyi isaanii ni saamama; manni isaanii ni ona. Isaan mana ijaarratu; garuu keessa hin jiraatan; isaan biqiltuu wayinii ni dhaabbatu; garuu daadhii wayinii hin dhugan.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ቀቤኝሳኒ ንሳመመ፤ መንሳኒ ንኦነ። እሳን መነ እጃረቱ፤ ገሩ ኬሰ ህንጅራተን፤ እሳን ብቅልቱ ወይኒ ንዻበቱ፤ ገሩ ዳዺ ወይኒ ህንዹገን።” Viz kapitola |