Online Bible

- Reklamy -




Sefaaniyaa 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Guyyaa sanatti ani Yerusaalemin fonqolchee ibsaadhaan nan ilaala, namoota ishee warra akka daadhii waynii isa siicoo irratti hafee ta'an, warra of irraa bu'anii, <<Waaqayyo wanta gaarii yookiis hamaa hin hojjetu>> jedhanii yaadan nan adaba*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Ani yeroo sana Yerusaalemin ibsaadhaan nan sakattaʼa; warra qananiidhaan jiraatan, kanneen akka daadhii wayinii siicoo irratti hafee taʼan, kanneen, ‘Waaqayyo waan tolaas taʼu waan hamaa homaa hin godhu’ jedhanii yaadan nan adaba.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 አን ዬሮ ሰነ ዬሩሳሌምን እብሳዻን ነንሰከተአ፤ ወረ ቀነኒዻን ጅራተን፣ ከኔን አከ ዳዺ ወይኒ ሲጮ እረት ሀፌ ተአን፣ ከኔን፣ ‘ዋቀዮ ዋን ቶላስ ተኡ ዋን ሀማ ሆማ ህንጎዹ’ ጄዸኒ ያደን ነንአደበ።

Viz kapitola kopírovat




Sefaaniyaa 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy